Barataa Hamzaa Hamiid ganamaan waan kennaa isaa adda baafate fakkaata. Barataan kun milkaa'ina hojii kalaqaatiin Yunvarsiitiin Gondar maqaa gaarii akka godhatus taasiseera. Guyyaan Saayinsii Addunyaa ...
Kalaqoonni baayyeen addunyaa kana jijjiraniiru. Kalaqoonni baay'een ammoo kallattii hin taaneen itti fayyadamuun balaawwaan gurguddaa geessisaniiru. Kanneen keessaa kan oomisha meeshalee waraanaaf ...